Ephesians 1:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi waan mara akka fedhaa fi gorsa ifiititti hujatu, jalqaba irrattuu akkuma murteessetti, Kiristoosiin kolbaa isaa akka teenuuf nu filate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ch'ufa fed'i herega Waaqa gula tolchani ammalle Waaqi fed'i ufitiini Kristo keesa nu fohate nama ufi nu tolfate, herega isaa ka qara kaani gula.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii cuftii akka fedhii herrega Waaqaa gula taati, ammallee Waaqii fedhi ufiitiin herrega isaa ka qaraa kaan gula, karaa Kiristoo gulaan nu foohatee nama ufii nu tolfate
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin waa maraa akka fedha ufiitii fi gorsa ufiititti hojjatu, akkuma duraan murteesse ammallee isaa akka taanuuf karaa Kiristoosiitiin nu filate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi waa maraa akka fedha ufiitii fi gorsa ufiititti hojjatu, akkuma duraan murteesse ammallee isaa akka taanuuf karaa Kiristoosiitiin nu filate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan maraa fedha mataa isaatiin ka hojjatu Waaqinni akkaataa durssee nuuf karoorsse karaa Kristositiin, worra gara isaa akka taanuuf nu ni filate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi waan mara akka fedhaa fi gorsa ifiititti hujatu, jalqaba irrattuu akkuma murteessetti, Kiristoosiin kolbaa isaa akka teenuuf nu filate.