Ephesians 1:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaanni waan Waaqi kolbaa ifiitiif waadaa gale fudhatiisa keenna hin mirkaneessa. Ulfinna Waaqaatiif galata galchinuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni tuni qabdo teenna, aka nu waan Waaqi nu kakhate argannu nu agarsiifti, ammalle aka Waaqi balchoomsa d'uga worra ufiti kennu himti. Guddinna isaa faarsina!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hafuurii kun qabdoo teenna, akka nu waan Waaqii nu kakate argannu nu agarsiisa, ammallee akka Waaqii balchoomsa dhugaa warra ufiitii kennu hima. Guddinna isaa ha faarsinuu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaanni waan Rabbi banii ufiitiif waadaa gale fudhachuu keenna hin mirkaneessa. Ulfinna Rabbiitiif galata haa galchinuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaanni waan Rabbi banii ufiitiif waadaa gale fudhachuu keenna hin mirkaneessa. Ulfinna Rabbiitiif galata haa galchinuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuurri kun galata ulfinna isaatiif akka ta'u Waaqinni ka isaa worra ta'an mara haga fayyisutti, argachu'uuf ka jirru qabiyyee keennaaf qabddi'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni waan Waaqi kolbaa ifiitiif waadaa gale fudhatiisa keenna hin mirkaneessa. Ulfinna Waaqaatiif galata galchinuu ti.