Ephesians 1:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan kanaaf, ani haga Goottaa Yesuusitti dhugeeffatiisa keessanii fi kolbaa Waaqaa mara jaallatiisa keessan dhage'ee jalqabee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi anini haguma d'ugefacha isani Aabbo Yeso d'ugefattaniifi jaalala isani gumi Waaqa jaalattani d'agaye,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif anin haguma dhugeeffachaa isan Aabbo Yesus dhugeeffattanii fi jaalala isan gumii Waaqaa jaalattan dhagayee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu anillee akkasuma isin biratti waan ta'uuf waan Gooftaa Yesuus Kiristoositti amanu'uutiif jaalala isin woyyoota maraaf qabdan dhagayee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu anillee akkasuma isin biratti waan ta'uuf waan Gooftaa Yesuus Kiristoositti amanu'uutiif jaalala isin woyyoota maraaf qabdan dhagayee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf amantii Gooftaa Yesusiin qabddanii fi Qulqullaayomota maraaf'llee jaalala qabddan dhagayee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan kanaaf, ani haga Goottaa Yesuusitti dhugeeffatiisa keessanii fi kolbaa Waaqaa mara jaalatiisa keessan dhage'ee jalqabee,