Ephesians 1:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaa ulfinnaa, Waaqa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii, akka isin isa beettanu, Ayyaana qaroo isin godhuu fi ka Waaqa isinitti mudhisu, akka isinii kennuuf daadimadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle Waaqa, Abba guddinna, ka Aabbo keenna Yeso Kristo, kad'ad'a, aka inni lubbu isani qaroomsite Waaqa isaniti mulliftu isanii kennu, aka isani baratani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammallee Waaqaa Abbaa guddinnaatii fi ka Aabboo keenna Yesus Kiristoo kadhadhaa, akka innii hafuura isan qaroomsee Waaqaa isanitti mullisee isan barattaniin isanii keennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan ulfinnaa Rabbiin Abbaa keenna Yesuus Kirstoosii akka isin isa beettan, Ayyaana Ogumma'aatii fi mudhata akka isinii kennu Rabbiin kadhadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaan ulfinnaa Rabbiin Abbaa keenna Yesuus Kirstoosii akka isin isa beettan, Ayyaana Ogumma'aatii fi mudhata akka isinii kennu Rabbiin kadhadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ulfinni ka isaan malu Abbaan Gooftaa keenna Yesus Kristosii Waaqinni Abbaan caala'atti isa beeku'uuniif akka dandeettan, hafuurri ogumma'aa fi muldhataa akka isiniif kennamu ni kadhadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaa ulfinnaa, Waaqa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii, akka isin isa beettanu, Ayyaana qaroo isin godhuu fi ka Waaqa isinitti mudhisu, akka isinii kennuuf daadimadha.