Ephesians 1:19 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
nu worra dhugeeffatulle'eef, hunna isaa ta waan duudi'iin ol teete, attam guddoo akka teete, akka beettanu daadimadha. Hunni tun jabeenna guddaa tama akka,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle aka jabeenni isaa, ka nu worra isa d'ugefate keesa hojatu gudda hubattani. Jabeenni kunini
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammallee akka jabeennii isaa, ka nuu warra isa dhugeeffate keessa hojjatuu guddaa hubattan. Jabeennii kunin
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ulfinna risti'iitii fi durummaan maal akka ta'e, nu worra amannuuf ka hunnaan maraa caalu maal akka ta'e akka beettaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka hin bikkaminne huminni ol aanaan nu'u worra amanuuf hagam ol aanaa ta'uu isaa, akka beekittaniif ni kadhadha,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nu worra dhugeeffatulle'eef, hunna isaa ta waan duudi'iin ol teete, attam guddoo akka teete, akka beettanu daadimadha. Hunni tun jabeenna guddaa tama akka,