Ephesians 1:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi abbaan keennaa fi Goottaan keenna Yesuus Kiristoos badhaadhaa fi nageya isiniif kennu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa Abbaafi Aabbo Yeso Kristoni eebafi nagaya isanii kenniina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqaa Abbaa keennaatii fi Aabbo keenna Yesus Kiristoon eebbaa fi nagaa isanii kenniinna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Abbaa keennaa fi Gooftaa Yesuus Kiristoosiin irraa badhaadhaa fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi Abbaa keennaa fi Gooftaa Yesuus Kiristoosiin irraa badhaadhaa fi nageenni isiniif haata'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abbaa keenna Waaqaa fi Gooftaa Yesus Kristosiin irraa, kennaan bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi abbaan keennaa fi Goottaan keenna Yesuus Kiristoos badhaadhaa fi nageya isiniif kennu.