Ephesians 1:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
yennaa inni Kiristoos du'a keessaa kaasee, ol-gubba'atti midda ifiititti isa teessise ittiin hujee ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kauma inni Kristo duisa keesa kaaseeni, harka ufi ka mirga gubba fulla ufi teesiseeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
kama innii Kiristoo du'a keessaa kaasee, harka ufii ka mirgaa gubbaa fulaa ufii teessiseen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiristoosiinillee worra du'an keessa yoo kaasu hangafumma'aa fi baalliillee, hunnaa fi gooftummaa maraa oliif adunyaa kana callaa irratti uduu hin taane,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kiristoosiinillee du'oota keessa yoo kaasu hangafumma'aa fi baalliillee, hunnaaf gooftummaa maraa oliif adunyaa kana callaa irratti uduu hin taane, haata'uu ammoo, adunyaa dhufuufillee, akkasuma ammoo maqaa waamamu maraa maqaa caalu sami'itti mirga ufii hennaa isa kaayu, hujii Kiristoosiin hojjattan jabeenni hunna isaa hin mudhata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
huminna isaa ol aanaa kana'llee gochaan ka muldhise du'aa ka isa kaasee sami'itti mirga isaatiin ka isa teesise, karaa Kristositiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yennaa inni Kiristoos du'a keessaa kaasee, ol-gubba'atti midda ifiititti isa teessise ittiin hujee ti.