Ephesians 1:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Abbaan Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii, ka Kiristoosiin eebba Ayyaana ol-gubba'aa maraan nu eebbise, galatoomuu ti!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa, Abba Aabbo keenna Yeso Kristo galata deebimna! Inni Kristo keesa nu eebise eeba ch'ufa ta lubbu gubbaa nuu kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqa, Abba Aabboo keenna Yesus Kiristoo ka nu eebbisee karaa Kiristoo gulaan eebba hafuura gubbaa cufa nuu kennee galata galchina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiristoosiin keessaan samii irratti eebba sami'ii maraan ka nu eebbise Rabbi Abbaan Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii haa eebbifamu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kiristoosiin keessaan samii irratti eebba sami'ii maraan ka nu eebbise, Rabbi Abbaan Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii haa eebbifamu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eebba samii jiru hafuurayaa maraan Kristosiin ka nu eebbise, Waaqaa fi Abbaan Gooftaa keenna Yesus Kristosii haa galateeffamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Abbaan Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii, ka Kiristoosiin eebba Ayyaana ol-gubba'aa maraan nu eebbise, galatoomuu ti!