Ephesians 1:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni dadama biyya lafaatiin duraayyuu, isa duratti woyyootaa fi worra komii hin qanne akka teenu, Kiristoosiin nu filateera. Jaalala ifiitiin,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato lafa inuumiini, Waaqi ya Kristo keesa nu fohate, aka nu qulqulloomne wollaala male isa dura yaanu. Maro jaalala isaatiifi
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo lafa hinuumin, Waaqii marroo jaalala isaatiif, akka nu qulqulloomnee aaboo malee isa dura yaanu, karaa Kiristoo gulaan nu foohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu adunyaan hin uumamne afoo isaatitti woyyootaa fi worra mudaa hin qabneef jaalalaan akka jiraannuuf karaa Kiristoosiitiin nu filate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu adunyaan hin uumamne, afoo isaatitti woyyootaaf worra mudaa hin qabneef jaalalaan akka jiraannuuf karaa Kiristoosiitiin nu filate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qulqullaawotaa fi ka ashaan nutti hin jirre taanee isa duranatti akka arigaminnuuf, biyyiti lafaa uduu hin uumamin Kristosiin nu ni filate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dadama biyya lafaatiin duraayyuu, isa duratti woyyootaa fi worra komii hin qanne akka teenu, Kiristoosiin nu filateera. Jaalala ifiitiin,