Ephesians 1:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Badhaadhi isaa ulfaataan, ka inni ilma ifii jaallatama'aan tola nuuf kenne, akka galateeffamuuf tana godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota, Waaqa galata deebimna, maro eeba isaatiifi, waan inni Ilma isaa ka inni jaalatu keesa nu eebiseefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Koottaa Waaqaa galata deebimnaa, akka kennamsii naasuu guddaan, innii karaa ilma ufii jaalateetiin nuu kenne sun galata argatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti ilma ufii jaalatamaa akkanumaan nuu kenneef akka ulfinni badhadhummaa isaa galatoonfamuuf kana godhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti ilma ufii jaalatamaa akkanumaan nuu kenneef akka ulfinni badhadhummaa isaa galateeffamuuf kana godhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka raawwate karaa Ilma isaa ka jaalatameetiin akkanumaan ka nuuf kenne, ulfinni kennaa isaa ka bilisaa akka galateeffamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badhaadhi isaa ulfaataan, ka inni Ilma ifii jaalatama'aan tola nuuf kenne, akka galateeffamuuf tana godhe.