Ephesians 1:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma durummaa badhaadha Waaqaatitti, dhiiga Kiristoosiitiin wodannee, araara cubbuu teennaa dhaggane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni d'iiga ufitiini nu bite nu baase, daba keenna nu araarame. Eebiti Waaqa,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii dhiiga ufitiin nu bitee nu baasee, cubbuu teenna nuu araarame. Eebbitii Waaqaa ta innii qaroomaa fi maltee isaatiin guddisee waan guddoo nuu kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma durummaa Ayyaana Rabbiititti dhiiga Kiristoosiitiin furamuu, araara cubbuu keennaa arganne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma durummaa Ayyaana Rabbiititti, dhiiga Kiristoosiitiin furamuu, araara cubbuu keennaa arganne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guutuu ta'uu kennaa bilisaa ka Waaqaa irraa ka'een, dhiiga Ilma isaatiin bitaminnee, dhiifama cubbuu keennaa'llee ni ariganne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma durummaa badhaadha Waaqaatitti, dhiiga Kiristoosiitiin wodannee, araara cubbuu teennaa dhaggane.