Ephesians 1:8 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Badhaadha ifiille qaroomaa fi beekkunsa maraan nuuf dhangalaase.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ta inni guddise nuu kenne waan guddo! Qalbifi malte isaatiini
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Badhaadhaa fi ogummaa sammuu kenna maraa keessatti nuu dhangalaase.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Badhaadhaa fi ogummaa sammuu kenna maraa keessatti nuu dhangalaase.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kennaa isaa ka bilisaa'llee beekkomisaa maraan baayi'isee nuuf ni jisse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badhaadha ifiille qaroomaa fi beekkumsa maraan nuuf dhangalaase.