Ephesians 2:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti hujii harka isaa waan teeneef, hujii inni duraan dursee qopheesse akka hunyuuf, Waaqi karaa Kiristoos Yesuusiitiin hujii dansa'aaf nu dade.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu uumama Waaqaati, ammalle Kristo Yeso keesa inni ya nu uume, aka huji dansa ta inni herege nu kurfeese ke teennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu uumamaa Waaqaati, ammallee Kiristoo Yesus keessa innii ya nu uume, akka hujii dansaa ta innii herrege nu kurfeesee keessa teennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu uumama isaa waan taaneef Rabbi firrisee hujii mishaa inni qopheesse akka hojjannuuf karaa Yesuus Kiristoosiitiin uumamne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu uumama isaa waan taaneef, Rabbi firrisee hujii mishaa inni qopheesse akka hojjannuuf karaa Yesuus Kiristoosiitiin uumamne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u Waaqinni durssee ka isaan qopheesse hujiiwwan mishaa akka hojjannuuf karaa Yesus Kristositiin irra deebinee ka uumaminne, uumamttoota Waaqaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti hujii harka isaa waan teeneef, hujii inni duraan dursee qopheesse akka hunyuuf, Waaqi karaa Kiristoos Yesuusiitiin hujii dansa'aaf nu dade.