Ephesians 2:15 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Karaa kanaan negeya fidiisaaf, gosa lamaanuu irraa ka te'e nama haareya isa woliin wolii galu tokko dadiisaaf, Seera Yihudootaa ajajootaa fi aadaa seerotaa woliin diige.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seera Yahuditiifi aada seera suni balleese, aka gosa tana lamaani takaa tolche akasiini nagayaani nu d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Seera Yahuditii fi aadaa seera sunii cufaa balleessee, gosa tana lamaan walti naqee, akka nagaan nuu dhufu, gosa haara tokko ufiin uume.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee lamaan isaanii irraa nama haarawa tokko ufumaa uumee nagaya buusu'uuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummatoota lamaan keessaa ka isaan woliin hirmmaatu ummata tokko uumu'uuf, seera ajajootaatii fi danbbiilee foon isaatiin diigee, nagaya ni taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa kanaan nageya fidiisaaf, gosa lamaanuu irraa ka te'e nama haareya isa woliin wolii galu tokko dadiisaaf, Seera Yihudootaa ajajootaa fi aadaa seerotaa woliin diige.