Ephesians 2:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Kiristoos dhufee worra Waaqa irraa fagaate, isin worra Yihudoota hin te'iniif, worra gara Waaqaa dhikaate, isin worra Yihudootaatiifille, Oduu Gammadaa ta nageyaa maraafuu lallabe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Kristoni d'ufe, Odu Dansa ta nagaya gosa ch'ufati odeese isani gosa d'ibi ta Waaqa ira guddo fago jirtaniifi Yahudileti, ta isati d'iaattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaa fi Kiristoon dhufee, oduu dansaa nagaa gosa cufatti hime isanii gosa dhibii ka Waaqaa irraa guddoo fagoo jirtanii fi Yahudiillee, ta isaatti dhi'aattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhufee isin worra Rabbiin irraa fagaattanii turtaniif nagaya, worra gara Rabbii dhiyaattanii jirtaniifillee nagaya gammachuu jedhee lallabe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhufeeti isin worra Rabbiin irraa fagaattanii turtaniif nagaya, worra gara Rabbii dhiyattanii jirtaniifillee nagaya gammachuu jedhee lallabe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhufee'llee isin worra fagaattanii turttanii fi worra dhiyaatanii turan Yihudotaaf'llee, dubbii gammachuu nagayaa ni lallabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Kiristoos dhufee worra Waaqa irraa fagaate, isin worra Yihudoota hin te'iniif, worra gara Waaqaa dhikaate, isin worra Yihudootaatiifille, Oduu Gammadaa ta nageyaa maraafuu lallabe.