Ephesians 2:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isinille isumaan worra dhibii woliin addee Waaqi Ayyaana ifiitiin jiraatu te'iisaan ijaaramiisatti jirtan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isa keesa isanile, nama d'ibi woliini, ijaaru jirani, aka mana Waaqi Lubbu ufitiini keesa tau taatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isaniillee, karaa isaatiin nama dhibii waliin, jaaruutti jiran, akka mana Waaqii hafuura ufitiin keessa taa'u taatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee akkasuma Rabbiif hulee jireennaa ta'u'uuf Ayyaanaan isa woliin ijaaramtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isinillee akkasuma Rabbiif hulee jireennaa ta'u'uuf Ayyaanaan isa woliin ijaaramtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Hafuura isaatiin gamoo keessa bulu ta'u'uuf, isin'llee Kristosiin woliin, ni ijaaramttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isinille isumaan worra dhibii woliin addee Waaqi Ayyaana ifiitiin jiraatu te'iisaan ijaaramiisatti jirtan.