Ephesians 2:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi mararti'iin dureessaa ammoo, jaalala guddaa nu jaallate irraa ka ka'e,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo naasuuni Waaqa guddo; inni guddo nu jaalata;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo naasuun Waaqaa guddoo; innii guddoo nu jaalata;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo Rabbi araara ufiitiin dureessa waan ta'eef,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, Rabbi araara ufiitiin dureessa waan ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu dhiifaminni Waaqaa baayi'ee ta'uu isaatii fi jaalallitti nu'uuf qabu'llee ol aanaa ta'uu irraa ka ka'een,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi mararti'iin dureessaa ammoo, jaalala guddaa nu jaalate irraa ka ka'e,