Ephesians 2:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
yakkaa teennaan yennaa nuuti duneerruyyuu, inni Kiristoosiin gara jiru'uu nu fide. Isin badhaadha Waaqaatiin fayyitaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ato nu dabaani diquma induiini, Kristo woliini duisa keesaa nu kaase; isani eeba Waaqaatiini baafamtani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eeguma nu dabaan doone, Kiristoo waliin du'a keessaa nu kaasee; isan kennamsa naasuu Waaqaatiin baafamtan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
sababaa jaalala guddaa nuuf qabuun hennaa hammeenna balleessaa keennaan worra du'e taanee turre, Kiristoosiin woliin jireenna nuu kenne. Isin badhaadha Rabbiitiin fayyitaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa jaalala guddaa nuuf qabuun hennaa hammeenna balleessaa keennaan worra du'e taanee turre, Kiristoosiin woliin jireenna nuu kenne. Isin badhaadha Rabbiitiin fayyitaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
balleessaa keennaan ka duune yoma taane'llee, Waaqinni Kristosiin woliin akka jiraannuuf nu taasisee jira, isin'llee ka fayyitan keennaa isaa ka bilisaatiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yakkaa teennaan yennaa nuuti duuneerruuyyuu, inni Kiristoosiin gara jiru'uu nu fide. Isin badhaadha Waaqaatiin fayyitaneertan.