Ephesians 2:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi karaa Kiristoos Yesuusiitiin isa woliin du'a keessaa nu kaasee, isuma woliin addee ol-gubba'aa keessa nu teessise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Kristo woliini duisa keesaa nu kaase, aka isa woliini gubba nu teesisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii Kiristoo waliin du'a keessaa nu kaase, akka isa waliin gubbaa nu teessisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baroota dhufanillee karaa Kiristoosiitiin arjummaa nuu qabu ka maraa caaluun durummaa badhaadha isaa mudhisu'uuf isa woliin nu kaase; Yesuus Kiristoosiin keessaan hulee sami'ii isa woliin nu teessise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baroota dhufanillee karaa Kiristoosiitiin arjummaa nuu qabu ka maraa caaluun durummaa badhaadha isaa mudhisu'uuf isa woliin nu kaase, Yesuus Kiristoosiin keessaan hulee sami'ii isa woliin nu teessise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni karaa Kristos Yesusiitiin isaan woliin du'aa nu kaasee, bakka sami'ii isaan woliin nu ni kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi karaa Kiristoos Yesuusiitiin isa woliin du'a keessaa nu kaasee, isuma woliin addee ol-gubba'aa keessa nu teessise.