Ephesians 2:7 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Durummaa badhaadha ifii ta hagana hin jedhanne, ta arjummaa ifiitiin karaa Kiristoos Yesuusiitiin nutti mudhise, baroota dhufulle mudhisiisaaf inni tana godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti inni waan kana tolcheefi, aka hojja ch'ufa durooma eeba isaa, ta inni Kristo Yeso keesa qabu, nu agarsiisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii innii waan kana tolcheef, akka yo cufaa durooma eebba isaa, ka innii Kiristoo Yesus keessaa qabu, nu agarsiisu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka raawwate karaa Yesus Kristositiin ka nu'uuf ibise, arjjummaa fi durummaa kennaa isaa ka bilisaa ka haga hin qabnneetiin, baroota dhufanitti nutti muldhisu'uuf jedheeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Durummaa badhaadha ifii ta hagana hin jedhanne, ta arjummaa ifiitiin karaa Kiristoos Yesuusiitiin nutti mudhise, baroota dhufulle mudhisiisaaf inni tana godhe.