Ephesians 2:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin badhaadha Waaqaatiin karaa dhugeeffanna'aatiin fayyitane malee, hujii teessaniinii moti; isiin tun kennaa Waaqaa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro eeba Waaqaatiifi isani baafama argattani, kara d'ugefacha gula. Waan isani ufiini tolfattaniiniti, ammo tola Waaqi isanii kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo kennamsa nasuu Waaqaatiif isan baafama argattan, karaa dhugeeffachaa gula. Waan isan ufiin tolfattaniiniti, ammoo tola Waaqii isanii kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Badhaani isaa amanti'iin isin fayyiseera. Kunillee kennaa Rabbiiti malee hujii keessaniinii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Badhaani isaa amanta'aan isin fayyiseera. Kunillee kennaa Rabbiiti malee, hujii keessaniinii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin ka fayyitan karaa amanti'iitii fi kennaa isaa ka bilisaatiin, kun'llee kennaa Waaqaati malee hujii keessaniin ka argamee miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin badhaadha Waaqaatiin karaa dhugeeffanna'aatiin fayyitane malee, hujii teessaniinii moti; isiin tun kennaa Waaqaa ti.