Ephesians 3:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi akkuma karoora isaa ka bara baraatitti, karaa Goottaa keenna Kiristoos Yesuusiitiin tana muummesse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi herega ufi ka hegeri gula waan kana tolche, ka inni Kristo Yeso Aabbo keennaani guute.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii herrega ufii ka jiruu jireennaa, ka Kiristoo Yesus Aabboo keennaan guute gula waan kana tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee yaada bara baraa ka Gooftaan keenna Yesuus Kiristoos raawwate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunillee yaada bara baraa ka Gooftaan keenna Yesuus Kiristoos raawwate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni karaa Gooftaa keenna Yesus Kristositiin kana ka raawwate, akkaataa karoora isaa ka bara baraatiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi akkuma karoora isaa ka bara baraatitti, karaa Goottaa keenna Kiristoos Yesuusiitiin tana muummesse.