Ephesians 3:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti Kiristoosiin waan jirruu fi isatti waan dhugeeffanneeruuf, sodaa malee gara Waaqaa dhikaatiisaaf ifi addii qanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isa keesa waan nu isaa d'ugefanneefi, fuula Waaqa dura d'ufu indandeenna, ch'eerafi soda male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu waan karaa Kiristootiin isa dhugeeffanneef, ceeraa fi sodaa malee fuula Waaqaa dura dhufu indandeenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isa biratti karaa amantii qabnuutiin amanachu'uun seenu'uuf uggineerra.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isa biratti karaa amantaa qabnuutiin amanachu'uun seenu'uuf uggineerra.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka Kristosii ta'uu keennaa fi isatti'llee amanuu keennaan, Waaqa duranatti uggiinssaa fi ufi heddanno'oon dhiyaachuu ni dandeenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti Kiristoosiin waan jirruu fi isatti waan dhugeeffanneerruuf, sodaa malee gara Waaqaa dhikaatiisaaf ifi addii qanna.