Ephesians 3:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan kanaaf ani Abbaa duratti jilbiiffadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi anini Aabbo durati jilbifad'a,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatif anin Aabboo duraatti jilbiifadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf Rabbii Abbaa ardi'ii fi samii afo'otti waan keessaniif hin jilbiiffadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa kanaaf Rabbii Abbaa ardi'ii fi samii afo'otti waan keessaniif hin jilbiiffadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa Waaqa Abbaa duraatti jilibba kiyyaan jilbbiiffadhee ka kadhadhu sababaa kanaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan kanaaf ani Abbaa duratti jilbiiffadha.