Ephesians 3:15 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maatiin ol-gubbaa jirtuu fi lafa irra jirtu marti maqaa dhuga'aa Waaqa biraa fudhatti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni abba worra ch'ufa, ka nami lafafi gubba jiruleeni maqa d'ugaa ira argatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii abbaa warra cufaa, ka namii lafaa fi gubbaa jiruulleen maqaa dhugaa irraa argatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maatiin ardi'ii fi samii irra jiru maruu maqaa dhuga'aa Rabbiin irraa argatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sami'ii fi arddii irra ka jiru tokkoon tokkoon maati'ii maqaa isaa ka dhuga'aa ka argatu, Waaqa irraayyi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maatiin ol-gubbaa jirtuu fi lafa irra jirtu marti maqaa dhuga'aa Waaqa biraa fudhatti.