Ephesians 3:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Durummaa ulfinna isaatiin keessi keessan karaa Ayyaana isaatiin akka jajjabaatu hunna akka isiniif kennu daadimadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Waaqa kad'ad'a, aka inni durooma guddinna ufitiini jabeenna Lubbu Qulqullo ta garaa keesani jabeesitu isanii kennu,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin akka innii durooma guddinna ufitiin jabeenna Hafuura Qulqulloo ka garaa keessan jabeessu isanii kennu Waaqaa kadhadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaana isaatiin keessa qaama keessaniitiin guddiftanii akka jabaattan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaana isaatiin keessa qaama keessaniitiin guddiftanii akka jabaattan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni qaama keessan ka keessaa huminna jabeessu karaa Hafuura isaatiin, ulfinna isaa ka durumma'aatiin akka isiniif kennuuf ni kadhadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Durummaa ulfinna isaatiin keessi keessan karaa Ayyaana isaatiin akka jajjabaatu hunna akka isiniif kennu daadimadha.