Ephesians 3:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Karaa dhugeeffanna'aatiin Kiristoos gadhaa keessan keessa akka qubatu ani hin daadimadha. Ani akka isin jaalalaan hiddaa fi hundee qabaattanu daadimadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka Kristoni, garaa keesani keesati qubatu, maro d'ugefachatiifi. Anini inkad'ad'a, aka hiddafi yayabi keesani jaalala keesa tau,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee akka Kiristoon, marroo dhugeeffachaatiif garaa keessan keessatti qubatu, akka hiddaa fi yayyabii keessan jaalala keessa taa'uu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiristoos amanti'iin akka garaa keessan keessa jiraatu, akka durummaa Ayyaana isaatitti isinii haa kennu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kiristoosillee amanta'aan garaa keessan keessa akka jiraatu, akka durummaa Ayyaana isaatitti isinii haa keennu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana Kristos amanti'iin onnee teessan keessa akka jiraatuu fi isin'llee hidda gad fageeffattanii jaalalaan ka jabaattan akka taataniif ni kadhadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa dhugeeffanna'aatiin Kiristoos gadhaa keessan keessa akka qubatu ani hin daadimadha. Ani akka isin jaalalaan hiddaa fi hundee qabaattanu daadimadha.