Ephesians 3:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalalli Kiristoosii hagam akka badhatuu fi dheeratu, hagam akka ol fagaatuu fi gad fagaatu, akka isin kolbaa Waaqaa mara woliin hunna hubanti'ii qabaattanu,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle aka isani, gumi Waaqa woliini, hubacha jaalala Kristo argatani, aka jaalalati suni fulla ch'ufa geetu, ballinnafi d'eerinnafi gadi qilumale ch'ufa keesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka isan, gumii Waaqaa waliin, hubachaa jaalala Kiristoo argattan, akka jaalaaltii sun, ballinnaan, dheerinnaan, olfagennaan, gad qilummaalleen, fulaa cufa geettu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiddinii fi hundeen keessan akka jaalalaan dhaabatu jaalala Kiristoosii ka badhinni, dheerinni, ol fageenninii fi gadi fageenni hagam akka ta'eef hubannaa sammuu namaatii ol ta'ee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hiddinii fi hundeen keessan akka jaalalaan dhaabatu jaalala Kiristoosii ka badhinni, dheerinni, ol fageenninii fi gadi fageenni hagam akka ta'eef hubannaa sammuu namaatii ol ta'ee, woyyoota maraa woliin beeku'uuf akka waan Rabbii maraan jabaattanii guuttamtaniif isinii kadhadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dabalee'llee jaalallitti Kristosii baldhinnaa fi dheerinni isaa, ol fageennii fi gad fageenni isaa hagam ta'uu isaa, Qulqulloota mara woliin'llee hubachuu akka dandeettaniif,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalli Kiristoosii hagam akka badhatuu fi dheeratu, hagam akka ol fagaatuu fi gad fagaatu, akka isin kolbaa Waaqaa mara woliin hunna hubanti'ii qabaattanu,