Ephesians 3:19 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
akkasuma jaalala Kiristoosii ka beekkunsa bira dabare te'e san beettanee, guutummaa Waaqaa maraan akka guutantanu daadimadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee, aka jaalala isaa barattani ato nami dandae ch'ufa imbarannele akanaani qit'ooma Waaqaatiini guutamtani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka jaalala isaa adoo namii danda'ee cufa barachuu baatellee barattanii akkanaan qixxooma Waaqaatiin guutamtan anin in kadhadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
woyyoota maraa woliin beeku'uuf akka waan Rabbii maraan jabaattanii guuttamtaniif isinii kadhadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kana ka beekkomissa namaatii ol ta'e jaalala Kristosii akka beekittaniif, guutamiinssa Waaqaa ka muda maleessa ta'een guuttamu'uuf'llee akka geettaniif, ni kadhadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkasuma jaalala Kiristoosii ka beekkumsa bira dabare te'e san beettanee, guutummaa Waaqaa maraan akka guutantanu daadimadha.