Ephesians 3:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Bu'aa teessaniif hujiisaaf akka Waaqi badhaadha ifiitiin hujii tana anaaf kenneeru isin dhugumaan dhageettaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma, isani ya d'ageetani, aka Waaqi eeba isatiini huji tana naa kenne, aka isanii jed'e hojad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
dhugumaan isan hujii kennamsa naasuu Waaqaa, ka isanii jedhanii natti kennan ya dhageettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin dhugamaan waan hujii Ayyaana Rabbii ka isiniif natti kenname san dhageettaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin dhugamaan waan hujii Ayyaana Rabbii ka isiniif natti kenname san dhageettaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Faayyiddaa keessaniif akka oolichuuf Waaqinni kennaa isaa ka bilisaatiin carraa tajaajilaa akka naa kenne, dhugamaanuu dhageettanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bu'aa teessaniif hujiisaaf akka Waaqi badhaadha ifiitiin hujii tana naaf kenneeru isin dhugumaan dhageettaneertan.