Ephesians 3:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Karaa wolde'a kiristaanaatii fi karaa Kiristoos Yesuusiitiin bara baraan ulfinni Waaqaaf te'u! Ameen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gara Waaqa, gumifi Kristo Yeso keesa, guddinni ha tahuuti, haga d'aloota ch'ufa, ammafi hegerile! Amini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf yo cufaa karaa Kiristoo Yesusitii fi gumii Waaqaa gulaan Waaqaa dhaloota cufaa, keessatti ammaa fi hegeriille guddinnii ha tahuuti! Ee'e jenne
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa woldaa Kiristaanaatii fi karaa Yesuus Kiristoosiitiin baraa haga bara baraa ulfinni Rabbiif haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Karaa woldaa Kiristaanaatii fi karaa Kiristoos Yesuusiitiin baraa haga bara baraa ulfinni Rabbiif haata'u! Amiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
isaaf Woldaya amanti'iitii fi Yesus Kristositiin baroota marattuu, baaraa haga baraa titti ulfinni haa ta'u, Ameen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa wolde'a kiristaanaatii fi karaa Kiristoos Yesuusiitiin bara baraan ulfinni Waaqaaf te'u! Ameen.