Ephesians 3:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin waan ani barreesseeru yoo dubbittane, hubantii tiyya ta marroo dhossaa Kiristoosii beekuu dandeettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yo waan anini t'aafe soomtani, aka anini waan d'ossa ka Kristo barad'e inargitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
yo waan an barreesse dubbiftan, akka anin waan dhossa ka Kiristoo hubadhe ingartan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanallee yoo dubbiftan dhossaa Kiristoosii attamitti akka hubadhu arguu hin dandeettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanallee yoo dubbiftan dhossaa Kiristoosii attamitti akka hubadhu arguu hin dandeettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana ka isinii barreesseef'llee yoo dubbiffattan, waayee dhossaa Kristosii waan ani hubadhe, hubachu'uuf ni dandeettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin waan ani barreesseeru yoo dubbittane, hubantii tiyya ta marroo dhossaa Kiristoosii beekuu dandeettan.