Ephesians 3:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhossaan tun tanaan dura ilmaan namaatitti hin mudhiffanne, Waaqi ammoo Ayyaanaan ergantoota woyyootaa fi raagota woyyoota ifiititti amma mudhiseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duri waan d'ossa kana namati inhimani, ammo amma Waaqi ya Lubbu ufitiini ergattu ufi qulqullofi raagootati mullise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Durii waan dhossaa kana namaatti hin himan, amma ammoo Waaqii ya hafuura ufitiin ergamtoota ufii qulqulloo fi raagotaatti mullise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee worri Yihuudii hin taane, akka woliin jeennata galaniif qaama tokkoonillee akka woliin taa'aniif, lallaba Dubbii Nagayaa abdii dubbii Kiristoos Yesuusiitiin ta'e woliin akka qoodaman woyyoota, ergamootaa fi raattotatti akkuma amma Ayyaanaan mudhate, dhossaan kun tanaan dura dhaloota biraa biratti ilmaan namaatitti hin beekkamne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunillee worri Yihuudii hin taane, akka woliin jeennata galaniif qaama tokkonillee akka woliin taa'aniif, lallaba Oduu Nagayaa abdii dubbii Kiristoos Yesuusiitiin ta'e woliin akka qoodaman woyyoota, ergamootaa fi raattotatti akkuma amma Ayyaanaan mudhate, dhossaan kun tanaan dura dhaloota biraa biratti ilmaan namaatitti hin beekkamne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhossaan kun'llee Hafuura Waaqaatiin ergamittoota Qulqulluuwwanii fi nabiyyoota isaatiif, bifa amma muldhateen baroota dabrranitti, namoota ni jiran turaniif hin muldhanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhossaan tun tanaan dura ilmaan namaatitti hin mudhifanne, Waaqi ammoo Ayyaanaan ergantoota woyyootaa fi raagota woyyoota ifiititti amma mudhiseera.