Ephesians 3:9 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma karoorri dhossaa baroota dabarane keessatti Waaqa waan mara dadeen dhoffantee turtee, maan akka te'e, akka mudhisuuf badhaadhi naa kenname.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle aka nami ch'ufti mala Waaqa ka d'ossani amma guutani argu. Waaqi, ka waan ch'ufa uume, duri mala ufi d'ofate,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammallee akka namii cuftii mala Waaqaa ka dhossaan amma guutan argu. Waaqii, ka waan cufaa uume, durii mala ufii dhoffate,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana baroota dabrranitti maraayyuu ka uume Waaqaan dhokatee dhossaa tureef, kaayyoon Waaqaa maal akka ta'e maraafuu akka ibisuuf, kennaan bilisaa naaf ni kenname.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma karoorri dhossaa baroota dabarane keessatti Waaqa waan mara dadeen dhoffantee turtee, maan akka te'e, akka mudhisuuf badhaadhi naa kenname.