Ephesians 4:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre ka gad dhufe, waan duudii dhaggama ifiitiin guutiissaf kama ol-gubbaa maraan ol baye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namuma gadi bue suniti ammalle achi gubbati oldeebie, aka waan ch'ufa guutu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namuma gad bu'e sunitti ammallee akka waan cufaa guutu achi gubbaatti oldeebi'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka bu'e kun maraa guutu'uuf ka gara samii samii gubba'aatitti ol bayellee isuma.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka bu'e kun maraa guutu'uuf ka gara samii samii gubba'aatitti ol bayellee isuma.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun ka gara gadii bu'e ammoo maraa guutu'uuf, samiiwwan maraa olitti ka dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ka gad dhufe, waan duudii dhaggama ifiitiin guutiisaaf kama ol-gubbaa maraan ol baye.