Ephesians 4:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni nafa Kiristoosii ka te'e wolde'i kiristaanaa akka ijaaramuuf, kolbaa Waaqaa hujii tajaajila kiristaanaatiif qopheesiisaaf tana godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti inni waan kana tolcheefi aka gumi Waaqa ch'ufa huji Waaqaati kurfeesu, aka nafa Kristo jaarani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii innii waan kana tolcheef akka gumii Waaqaa cufaa hujii Waaqaatti kurufeessu, akka nafa Kirstoo jabeessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu marti keenna gara tokkummaa Ilma Rabbii amanu'uu fi beeku'uun argamuutiif gara nama guutuu ta'u'uu haga waan Kiristoosiitiin guuttamuu geennuuf tajaajila woyyootaa hojjatu'uuf qaama Kiristoosii ijaaru'uuf guutuu akka ta'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu marti keenna gara tokkummaa Ilma Rabbii amanu'uu fi beeku'uun argamuutiif gara nama guutuu ta'u'uu haga waan Kiristoosiitiin guuttamuu geennuuf tajaajila woyyootaa hojjatu'uuf qaama Kiristoosii ijaaru'uuf guutuu akka ta'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka taasiseef woldeenni qaama Kristosii taate akka ijaaramttuuf, amantoota tajaajila kristaanumma'aatiif qopheesu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni nafa Kiristoosii ka te'e wolde'i kiristaanaa akka ijaaramuuf, kolbaa Waaqaa hujii tajaajila kiristaanaatiif qopheessiisaaf tana godhe.