Ephesians 4:13 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre marti keenna dhugeeffannaa teennaa fi Ilma Waaqaa beekiisaan tokko hin teena; ayyaanaan bilchaannee, nama geyaa teenee, haga Kiristoosii geenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nuuni ch'ufti garaa tokooni, d'ugefacha teennafi beekhuma teenna ta Ilma Waaqaatiini wolti d'umna; nama gugurda taane, haga Kristoni gahu geenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba nuun cuftii garaa tokkoon, dhugeeffachaa teennaan, beekkumsa teenna ta ilma Waaqaatiin, waliitti dhumnee; nama gugurdaa taanee, haga Kirstoon gahuu geenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana Ilma Waaqaa beeku'uun gara tokkummaa amanti'iin argamuu geennee, akkuma bifa Kristos muda maleessa guutuu ta'etti, nu'llee nama guutuu akka taanuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre marti keenna dhugeeffannaa teennaa fi Ilma Waaqaa beekiisaan tokko hin teena; ayyaanaan bilchaannee, nama geyaa teenee, haga Kiristoosii geenna.