Ephesians 4:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti danbali'iin gara duraatii fi duubaa raafamaa, qilleensa barsiisa kolbaa dokonkorsitu'uu, ka maltumma'aan worra dhibii sobee dokonkorsuu fi asii achi afuufuun, haganaa achi ijoollee hin teenu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Iti deebine ijoolle d'awaani galaana d'od'ooftu intaanu yokhaani ta barsiisaani nama d'ara ch'ufti chochooftu intaanu, ka malteeni nama d'ibi kara ira gorsu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Itti deebinee ijoollee qilleensaa fi dhawaan galaanaa, dhodhooftu hintaanu, yokaan ta barsiisaan nama dharaa cuftii chochooftee malteen karaa irraa nama gorsitu hintaanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka dogoggora soba fakkeessuu, sababaa soba namootaatiin qilleensa barumsa sobaa maraan asii fi achi daddarbama'aa asii fi achi rarra'a'aa ammaa achi daa'imman ta'uun nuuf hin ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka dogoggora soba fakkeessuu, sababaa soba namootaatiin qilleensa barumsa sobaa maraan asii fi achi daddarbama'aa asii fi achi rarra'a'aa ammaa achi daa'imman ta'uun nuuf hin ta'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ammaa achitti daba sossoba namootaatiin ka qophaaye, bubbee barisiisa dogoggorssa'aatii fi honbololatti'iin garanaa fi garas dhiibamanii akka daa'imman fudhatamanii hin taanu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti danbali'iin gara duraatii fi duubaa raafamaa, qilleensa barsiisa kolbaa dokonkorsitu'uu, ka maltumma'aan worra dhibii sobee dokonkorsuu fi asii achi afuufuun, haganaa achi ijoollee hin teenu.