Ephesians 4:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaa mannaa, jaalalaan dhugaa dubbataa, gara Kiristoosii mataa te'ee, karaa maraan guddanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo jaalalaani d'uga dubbanne kara ch'ufaani Kristo, ka mata keenna, keesa guddachu malle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo jaalalaan dhugaa dubbanee karaa cufaan gara Kiristoo mataa keennaa, guddachuu malle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo dhugaa jaalalaan qaba'aa, waan maraanuu gara Kiristoosii mataa ta'ee haa guddannuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo dhugaa jaalalaan qaba'aa, waan maraanuu gara Kiristoosii mataa ta'ee, haa guddanuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana irra dhugaa jaalalaan dubbata'aa waan maraanuu gara isa ka mataa ta'ee, gara Kristosii ni guddanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaa mannaa, jaalalaan dhugaa dubbataa, gara Kiristoosii mataa te'ee, karaa maraan guddanna.