Ephesians 4:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona akka worra yaadi isaanii bu'aa hin qannee, akka worra Yihudoota hin te'inii akka hin leene, maqaa Gootta'aatiin jabeessee isin gorsa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqa Aabbootiini anini waan kana jabeese jed'a: aka worra Waaqa imbeenne, ka qalbiini worraa woma imbaanne,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maqaa Aabbootiin anin waan kana jabeeseetti jedhaa, akka warra Waaqaa hinbeennee, ka qalbiin warraa homaa hinbeennee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa worri Yihuudota hin taane akkanumaan sammuu duwwa'aan akka jiraata'aa turan sanitti ammaa achi akka hin jiraanne jedha'aa Gooftaa keessa ta'ee raga.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa worri Yihuudota hin taane akkanumaan sammuu duwwa'an akka jiraata'aa turan sanitti ammaa achi akka hin jiraanne jedha'aa Gooftaa keessa ta'ee raga.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ammaa achitti akka worra yaanni isaanii tasa ta'ee akka ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amannee hin ta'inaa, jedhee maqaa Goofta'aatiin isin ufi ni eeggachiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona akka worra yaadi isaanii bu'aa hin qannee, akka worra Yihudoota hin te'inii akka hin leene, maqaa Gootta'aatiin jabeessee isin gorsa.