Ephesians 4:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Qalbiin isaanii dukkanootteerti; sababa beekuu hin barbaannee fi gadhaa jabeenna isaaniitiif jiruu Waaqi kennu irraa gargar bayaneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka qalbiini ammalle dukana keesa jirtu intahiina. Worri jireenna Waaqi kennu keesa qooda inqabu; wonti akanatiifi worri daalle woma imbeekhu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ka qalbiin ammaallee dukkana keessa jirtuu hintahin. Warrii waan daalla'e, ammallee mataa jabaateef, jireenna Waaqii kennu keessaa qooda hinqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan rakkinna wollaala isaaniitiin, garaa jabaachuu isaaniitiin yaanni isaanii dukkanaayee Rabbiin irraallee fagaatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan rakkinna wollaala isaaniitiin garaa jabaachuu isaaniitiin yaanni isaanii dukkanaayee, Rabbiin irraallee fagaatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sammuun isaanii dukkanaayee jira, beekuu dhabu'uu fi waayee morkkattummaa isaaniitiin, jireenna Waaqinni kennu irraa fooyamanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qalbiin isaanii dukkanootteerti; sababa beekuu hin barbaannee fi gadhaa jabeenna isaaniitiif jiruu Waaqi kennu irraa gargar bayaneeran.