Ephesians 4:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan fokkoo dhabanee, amala bada'aa fi battummaa mara hujiisaaf joljolanee ifi dabarsanee kennaneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'eera inqabu huji dabati ufi kenne, waan ch'eera ka aka ch'ufa ka ira ufi ind'owine taha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ceera hinqabu hujii dabaatii ufi kenne, waan ceera ka akka cufaa ka irraa ufi hindhowine taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan qalbiin isaanii dhama'eef battumma'aa fi dhara maraa hojjachu'uun seebaru'uuf dabarsanii uf kennan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan qalbiin isaanii dhama'eef battumma'aa fi dhara maraa hojjachu'uun seebaru'uuf dabarsanii uf kennan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Miirri isaanii ka saalfataa waan badeef battummaawwan maraa raawwchu'uuf, mataa isaanii fedha isaanii ka fooniitiif dabarsanii kennanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan fokkoo dhabanee, amala bada'aa fi battummaa mara hujiisaaf joljolanee ifi dabarsanee kennaneeran.