Ephesians 4:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa mara worra ifi gadi qabu, worra qajeela'aa fi ossaameyyii te'a'a. Jaalalalle'een wol dande'a'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ufi olimfuud'ina, laana yaa, waan ch'ufa obsa. Jaalala teesani wolqarqaarsaani agarsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Uf olhinfuudhinaa laanaa yaa'aa, waan cufaa obsaa. Jaalala teessan waldandeettiin agarsiisaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kasoo ta'u'uun, gara laafumma'aan, obsa maraan, jaalalaan wolii obsaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kasoo Ta'u'uun gara laafumma'aan, Obsa maraan, jaalalaan wolii obsaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaalalaan ufii keessan wolii obissa'aa yeroo mara mataa gad qabataa fi gara laafnnaan, wol danda'uun'llee jiraadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa mara worra ifi gadi qabu, worra qajeela'aa fi ossaameyyii te'a'a. Jaalalalle'een wol dande'a'a.