Ephesians 4:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Marroo Kiristoosii wonni isin barattane akkasii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti isani waan Kristo barattani akasiiniti!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii Kiristoo ka isan barattan ammoo akkasinitii!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ammo Kiristoosiin irraa akkana hin baranne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ammoo, Kiristoosiin irraa akkana hin baranne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin garuu waayee Kristosii ka barattan akkanaa miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo Kiristoosii wonni isin barattane akkasii moti.