Ephesians 4:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugumaan marroo isaa dhageettaneertan; dhugaa Yesuus keessa jirtulle barattaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ya waan isaa d'ageetani, ammalle aka nama isa gula yau ya d'uga Yeso keesa jirtu barattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan waan isaa ya dhageettan ammallee akka nama isa gula yaa'uu dhugaa Yesus keessa jirtu ya barattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhugamaan dhageettaniirtan; dhugaan akka Kiristoosiin keessa jirtu isa irraa barattaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhugamaan dhageettaniirtan. Dhugaanillee akka Kiristoosiin keessa jirtu isa irraa barattaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dugamaanuu waayee isaanii dhageettanii jirttan, bu'ura dhugaa Yesusiin jiruutiin'llee isa irraa barattanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan marroo isaa dhageettaneertan; dhugaa Yesuus keessa jirtulle barattaneertan.