Ephesians 4:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jiruu haareya, balchumma'aa fi woyyummaa dhuga'aatiin ifi mudhittu, ta fakkeenna Waaqaatiin dadante san uffadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jireenna hareesa aka woya fud'ad'a, ka fakeenna Waaqa gula mid'aasani, ammalle ka finna d'uga ka qajeelumafi qulqulloomaani mullatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jireenna haareessa akka wayaa, ka fakkeenna Waaqaa gula midhaassan, ammallee ka finna dhugaa ka qajeelumaa fi qulqulloomaan mullatu uyyifadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qajeellumma'aa fi woyyummaa dhuga'aan ta'uun namummaa haarawa akka fakkeenna Rabbiitiin uumame uffadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qajeellumma'aa fi woyyummaa dhuga'aan ta'uun namummaa haarawa akka fakkeenna Rabbiitiin uumame uffadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qulqulluma'aa fi qulqullaayoma dhuga'aatiin fakkeenna Waaqaatiin ka uumame, qaama haarawa uffadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jiruu haareya, balchumma'aa fi woyyummaa dhuga'aatiin ifi mudhittu, ta fakkeenna Waaqaatiin dadante san uffadha'a.