Ephesians 4:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nageya wolitti isin qabu ka Ayyaanni Woyyichi kennu eegatiisaaf waan dandeettanu mara godha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Takaa tahiti Lubbuuni namaa kennitu jabeesa qorqorad'a, nagaya takaa isani tolchu suniini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nagaa takkaa isan tolchuun takkaa tahiitii, hafuurii namaa kennuu jabeessaa qorqooradhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa nagayaatiin tokkummaa hafuuraa eegu'uuf jabaadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Karaa nagayaatiin tokkummaa hafuuraa eegu'uuf jabaadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nagayaan wolitti hidhamttanii tokkummaa Hafuura Waaqaa irraa argamuu eeggacu'uuf hisadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nageya wolitti isin qabu ka Ayyaanni Woyyichi kennu eegatiisaaf waan dandeettanu mara godha'a.