Ephesians 4:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa itti wodantanuuf chaappaa ittiin mallatteeffantane, Ayyaana Woyyicha Waaqaa hin gaddisiisina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbu Qulqullo Waaqa ilaalefachiisiina; Lubbuuni tunini beesisa Waaqa ka isani gubba jiru, ka aka guyyaani isani balchoomsani d'ufu agarsiisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hafuura qulqulloo Waaqaa, hin laaleffachiisinaa; hafuurii kunin beessisa Waaqaa ka isan gubbaa jiru; ka akka guyyaan isan balchoomsan dhufu agarsiisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaana Woyyuu Rabbii ka guyyaa fayyinnaa saniif ittiin chaappeeffamtan hin gaddisiisinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaana Woyyuu Rabbii ka guyyaa fayyinnaa saniif ittiin chaappeeffamtan hin gaddisiisinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa itti fayyitaniif mirkaneessaa akka isinii ta'uuf, ka ittiin caapheffamttan Qulqulluu Hafuura Waaqaa, hin gaddisiifnnaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa itti wodantanuuf chaappaa ittiin mallatteeffantane, Ayyaana Woyyicha Waaqaa hin gaddisiisina'a.