Ephesians 4:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
ammalle ka mara caalu, ka mara keessalle huju, ka mara keessa jiraatu, Abbaa kolbaa maraa ka te'e, Waaqa tokkochatti jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa toko ch'allati jira ka Abba nama ch'ufaa; inni waan ch'ufa ira jira, waan ch'ufa keesa hojate waan ch'ufa keesa jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii abbaa nama cufaa tokko callaatti jira; innii waan cufaa irra jira, waan cufaa keessa hojjata; waan cufaa keessa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka waa maraa ol ta'e, ka maraa keessatti hojjatu, ka maraa keessa jiraatu, Gooftaan abbaa namoota maraa ta'e Waaqa tokkochatu jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka waa maraa ol ta'e, ka maraa keessatti hojjatu, ka maraa keessa jiraatu, Gooftaan abbaa namoota maraa ta'e, Waaqa tokkochatu jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dabalee'llee maraa ol ka ta'e, maraanuu ka hojjatu, mara bira ka jiraatu, abbaa maraa ka ta'e Waaqinni tokko ni jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ammalle ka mara caalu, ka mara keessalle huju, ka mara keessa jiraatu, Abbaa kolbaa maraa ka te'e, Waaqa tokkochatti jira.