Ephesians 4:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma safara kennansa Kiristoosiititti badhaadhi tokko tokkoo keennaaf kennameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu nami ch'ufti yayu herega Kristo gula eeba arganne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu namii cuftii yaayyuu herrega Kiristoo gula kennamsa naasuu arganne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo akka kennaa Kiristoosiitiin nu maraafuu badhaani kenname.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo akka kennaa Kiristoosiitiin nu maraafuu badhaani kenname.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu Kristos haguma kennu'uuf murtteesseetiin, tokkoo tokkoo keennaaf kennaan isaa ka bilisaa nuuf kennamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma safara kennansa Kiristoosiititti badhaadhi tokko tokkoo keennaaf kennameera.